Kutaa 1ffaa
Atis ni beeyta
Namni yeroo dura uumamuun Addunyaa Kenya kana gubbaa dhufu ardii qullaa homaa irran jirre irratti uumame!!
Sana booda Waaqni nama uumee sammuu namaa keysatti kennaa addaa kan nuti hin beeyne kaaye kennaan saniis
kalaqa adda addaa kalaqnee akka hawaasaafi ummata biroo ittiin agarsiisuu dandenyuudha
Garuu nuti kalaqa waaqni nu keysa kaaye kana wallaaluudhaan callisnee kalaqa ummata dandeytii isaanii agarsiisuu
dandahu hordofaa jirra kuni tahuun qabu atis Ni beytaa Kalaqa si keeysa jiru kan Amma itti fayyadamaa jirru kana
kan caalu qabdaa Sammuu kee amansiisuudhaan Kalaqii hawaasa ke fayyadaa atis fayyadamaa tahi
FAYIDAA UMAMTEEF
Wanti Addunyaa kana gubbaa jiru faayidaaf malee kan uumame hin jiru Silaa Faidaa qofaaf wanti umamu jiraatee
Namni Yeroo Maraatu Boqote jannee waamna Amma Garuu moggaasnk isaa (Maraataa) jedhama innis Faayidaa
mataa isaa qabaata kan biraatis akka fakenyaatti yoo kaafnu sagara {Udaan} Haa ta.u innis Faayidaa qabeessa silaa
tahuu baatee hin argamu ture. Kanaaf Atiis Nama Faayida qabeessa dha off taatee jiraachuutu sirraa eggama yaada
bu.uura qabu hundeessuu qabda kana jechuun kiyya sammuu kee kessa wantoota Faidaa qabeessa tahan hedduutu jira
kan Ati hin beekne kan silaa itti fayyadamtee jireenya kee jijjiiruu danda,an kanaaf Waan Umamteef sababa qaba
waan taheef sababa isaa beekuun dirqama kee ta’a
AMALA
Amalli ilma naafi Amalli beyladaa akkasuma Amaloonni lubbu qabeeyyii fi lubbu dhabeeyyii wantoota tahan hundaaf
gahee mataa isaa qaba
Amalli ilma namaa badaa.gaarii.jarjaraa fi suutee jechuudhan beekkama Amalli kee ho kana keysaa isa kami
Amala keenya jijjiiruun salphaa dha yoo nutummaan sammuu kenya amansiisuu dandeenye karaalee hedduun carraa
amalli keenya badaa taheen nu miidhuu dandaha
Amala yoo hin qabne tahe qabeenya horuun ni jabaata Hawaasa gaarii hundeeysun ni jabaata Ogummaa dhunfaa
horachuun ni jabaata kanaaf Amala kenya sirreessuun Dirqama keenya Taha
Amalota beyladaa me haa ilaalluu. Beyladaan Nama caalaa karaalee Amala isaan biratti fudhatama qabuun jiraatu fkn
beeyladoota nu waliin jiraatan haa ilaallu {Re,ee} Re,een Ykn holaas akkasuma loonis tahee maatii duraan jiru caalaa
kan biraa yeroo dabalamu Waliif hin galan Yoo inni haareyni(kanbiraa) san Amala gaariin qabne tahe Ni
nyaatu{Rakkisu} Kanaaf Amala Gaarii Qabaachuun Abbummaa Gaarii nama godha.
Jaalala na qabe
FALA NAAF HIMI DAFI! Bareedduu nyaara kuula Diimtuu koo bisinqillee ~An yaada keefan joraa Takkumaa ciise hin bulle ~An nyadheen beku takka Siifan bula agabuu isan .Yada keef du’u namni Quba hin qabuu .Sin fedhaa sin araada Simale maalan yaadaa ~.Yaada kee male maali Kanan jiraadhu dhiphoo .Fala naaf himi dafii Simalen qabuu hirkoo!