Dhiirti maalif dubartii udduu guddaa qabdu barbaaddi?

Dhiirti maalif dubartii udduu guddaa qabdu barbaaddi?
**************************************
Saayinsiin kanarratti maal jedha?
Addunyaa tanarratti dhiironni 99% ol miidhaginni fuulaa akkuma jirutti ta’ee, huddu guddaa baay’ee barbaadu. Maalif kana jedhu qorannoon amansiisaan jiraachuu baatus yaada dhiirota bedduu irraa walitti qabame cuunfuun akkaata armaan gadiitin ilaaluu dandeenya.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1. Dubartiin hudduu guddaa qabdu yeroo walqunnamtii saalaa dubartii hudduu qal’aa qabdurra mijjattuudha. Kunis sochii walqunnamtii saalaa keessatti, qaamni ishee lallaafaa ta’eetu isatti dhagayama, hudduun ishii ni soosso’a, akka galaanatti raafama. Kunimmoo dhiira ni gammachiisa jechuudha.
2. Dubartiin hudduu guddaa qabdu dhiira siree irratti hib rakkistu. Kana yoo jennu hudduun ishii ulfaatina waan qabuuf yeroo walqunnamtii saalaa asii fi achi sigigaattee hin rakkistu, sirritti gadi-fageenyaan qaamni saani akka walitti seenuuf ni gargaara warri jedhus jira
3. Adeemsa jijjiirama tirannaa dhala namaa keessatti dubartiin hudduu guddaa qabdu akka barbaachistuu taste sammuu namaa keessatti katabamee kiraachaa dhufe. Kunimmoo osoo nuti hin beekin dhiirri hudduu guddaa qabaachuun dubartii walhormaata keessatti daa’iman ani irra dhalchuu seeraan harma hoosistee naf guddisti ja’e waan yaadufi. Sababni isaas, coomni naannoo hudduutti kuufame kun gara aannanitti jijjiirame sammuufi qaama daa’ima ijaaruu keessatti gahee guddaa qaba waan ta’eef hudduu bal’aan ni filatama dhiiraan. Qapxii kana saayinsiinis ni deeggara!!
4. Nannoon qaama saalaa dubartoota hudduu guddaa ni lallaafa. Lafeen nama diddiru/quqquuqu hin jiru. Hidhii qaama saalaa furdaadha.

Galatoomaa!!
Fayyaa ta’aa, fayyaan faaya!!

◈ Gosti wa-lqunnamtii sa-alaa do-ggystyle jedhamu kun Isheen isarraa achi garagaluun fuunduraan gadi jechuun, inni immoo karaa duubaa goree raawwachuudha. Kuni kan fayyaduuf fageenya dheeraa deemsisuufi akkasumas iddoo miira mi’aawaa G spot nafsa-alan riguudhaafi.◈ Dhiirri gaafa duuban raawwatu salphumatti G-spot (iddoo fedhiin dubartii baay’ee itti kuufame) kan qaama sa-alaa isaatin tuttuqa.◈ Duuban ishii too’acuun akka barbaadetti rifeensa ishii duubatti qabee ofitti ishii dhiyeessee dhungachaa raawwachuu danda’a.◈ Ishiin isa waan hin agarref qaama ishii qullaa duuban bakka barbaade ilaalaa raawwata.  ◈ Dubartoota fufurdoo, yookin hu-dduu guddaa qabdu waliin walqunnamtii sa-alaa raawwachuuf position dog-gystyle filatamaadha. ◈ Dhiirri raawwachaa harka isaatin immoo bakka barbaade quba isaatin tuttuquu danda’a.  Harkaa isaa jala dabarsee harma ishii susukkumuu, qin-xirii gorogoruu danda’a.Guutuu isaafi barnoota fayyaa kan biroo website kana subscribe godhii galatomii 🙏

◈ Gosti wa-lqunnamtii sa-alaa do-ggystyle jedhamu kun Isheen isarraa achi garagaluun fuunduraan gadi jechuun, inni immoo karaa duubaa goree raawwachuudha. Kuni kan fayyaduuf fageenya dheeraa deemsisuufi akkasumas iddoo miira mi’aawaa G spot nafsa-alan riguudhaafi.◈ Dhiirri gaafa duuban raawwatu salphumatti G-spot (iddoo fedhiin dubartii baay’ee itti kuufame) kan qaama sa-alaa isaatin tuttuqa.◈ Duuban ishii too’acuun akka barbaadetti rifeensa ishii duubatti qabee ofitti ishii dhiyeessee dhungachaa raawwachuu danda’a.◈ Ishiin isa waan hin agarref qaama ishii qullaa duuban bakka barbaade ilaalaa raawwata.  ◈ Dubartoota fufurdoo, yookin hu-dduu guddaa qabdu waliin walqunnamtii sa-alaa raawwachuuf position dog-gystyle filatamaadha. ◈ Dhiirri raawwachaa harka isaatin immoo bakka barbaade quba isaatin tuttuquu danda’a.  Harkaa isaa jala dabarsee harma ishii susukkumuu, qin-xirii gorogoruu danda’a.Guutuu isaafi barnoota fayyaa kan biroo website kana subscribe godhii galatomii 🙏

◈ Gosti wa-lqunnamtii sa-alaa do-ggystyle jedhamu kun Isheen isarraa achi garagaluun fuunduraan gadi jechuun, inni immoo karaa duubaa goree raawwachuudha. Kuni kan fayyaduuf fageenya dheeraa deemsisuufi akkasumas iddoo miira mi’aawaa G spot nafsa-alan riguudhaafi.◈ Dhiirri gaafa duuban raawwatu salphumatti G-spot (iddoo fedhiin dubartii baay’ee itti kuufame) kan qaama sa-alaa isaatin tuttuqa.◈ Duuban ishii too’acuun akka barbaadetti rifeensa ishii duubatti qabee ofitti ishii dhiyeessee dhungachaa raawwachuu danda’a.◈ Ishiin isa waan hin agarref qaama ishii qullaa duuban bakka barbaade ilaalaa raawwata.  ◈ Dubartoota fufurdoo, yookin hu-dduu guddaa qabdu waliin walqunnamtii sa-alaa raawwachuuf position dog-gystyle filatamaadha. ◈ Dhiirri raawwachaa harka isaatin immoo bakka barbaade quba isaatin tuttuquu danda’a.  Harkaa isaa jala dabarsee harma ishii susukkumuu, qin-xirii gorogoruu danda’a.Guutuu isaafi barnoota fayyaa kan biroo website kana subscribe godhii galatomii 🙏

Nama tokkoo ol waliin quunnamtii jaalalaa qabaachuun faayidaa attamii qaba?

https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/adsbygoogle.js?client=ca-pub-6901916445222746

Hiriyaan dhiiraashee Kartiis Pirchaard dhoksaatti osoo isheen hin beekiin jaalallee dubartii akka qabateeru beekti turte.
Guyyaa isheen haala jaalalleen ishii kun itti dubartoota lama jidduutti (isheefii dubartii biraa waliin) haala walfakkaatuun jaalalaan jiraachaa itti tureefi attamiin akka ishee itti gane wayita haala tasgabbaa’een himuu eegaltu, hiriyaan ishee Pirchaard teessumasaa keessa walitti galee taa’aa ture.
Haart isaan duraa jaalalli dhugaa namoota wal jaalatan lama qofaa jidduu kan jirudha jettee amanti turte. Jaalalleen ishee kun garuu seera sana cabseera.
Kunis walitti dhfeenyi ilmaan namootaa seenaadhaan haala dhiira tokkoofi dubartii tokkoon jiraachuu kan hawaasa baayyee keessatti fudhatamu caalaa wal xaxaa ta’ee mul’ata.

Gara haala jireenya waloo bara durii sanatti deebina ta’aa laata?
Waliigalteedhaan nama tokkoo ol waliin gaa’ela qabaachuun jaalalleewwan akka namoota biraa waliin jaalala qabaataniif carraa kennaaf. Kunis mana tokkoo ol dhaabbachuufi walitti dhufeenya jaalalaa ifa ta’ee nama biraa waliin qabaachuu ta’uu mala.
Walitti dhufeenya akkasii keessatti cimdiiwwan daangaa jaalala nama biraa waliin ummatan irratti waliigaluu danda’u.
Gaa’ela nama tokko qofaa waliin dhaabbachuun fudhatama qabaatee osoo jiruu, hawaasa hedduu keessatti garuu ilmaan namaa wayita jaalallee isaanitiin ala nama biraa waliin quunnamtii saalaa raawwachuuf fedha qabaatan ni mullata.
Qorataan xin-samuu Jastiin Lehmilar kitaaba isaa ‘Tell Me What You Want’ jedhu keessatti lammilee Ameerikaa 4,000 akka jireenya quunnamtii saalaa keessatti waan itti gammadan gaafatee ture.
Baayyeen isaanii namoota sadii waliin jaalala ummachuutti akka gammadan ibsan.
Akka Amy Muise Kananadaa Torontoo, Yunvarsitii Yoorkiitti gargaaraa pirofeesara Saayikolojii jedhaniitti, ”waa’ee namoota walitti dhufeenya jaalalaa keessa jiranii hunda yaadne, parsantaa 5 kan ta’an wal hubannoon kan gaa’elaan ala deemaniidha.”
”Muuxannoo jireenya guutuutiin ammoo, kanneen parsantaa 21 ta’an yeroo ta’eetti kan nama tokkichaan ala yaalaniidha,” jedhan.
”Haallii akkasii kun baramaa dhufuusaa baayyee na hin dinqisiisu,” kan jedhu ammoo Amy Muurs, Kaaliforniyaa Yunvarsitii Chaapmaaniitti gargaaraa pirofesara Xinsammuuti.
Kunis haala hawaasa keessa jiraatamuutiin kan wal qabatu ta’ulleen ni himu.
Haata’u malee, ammatti namoonni akkasii kun sababii weerara Covid-19tiin carraan isaan itti maatiin ala bahuun jaalallee biraa itti barbaadan biyyoota tokko tokkotti hir’ateeras jedhu.
Namoonni gaa’elaan ala nama biraa waliin jaalala uummatan, yeroo isaan jaalallee isaanii manaan alaa waliin itti dabarsan xiqqaadha.
Kun ammoo hangam nageenya isaanii irratti dhiibbaa akka qabaatu ifa miti.
Garuu ammoo qorattoonni Xin-samuu hawaasaa akka jedhaniitti, namoonni jaalalleewwan hedduu qabu, isa kan jaalallee tokkittii waliin jiraatu caalaa faayidaawwan hedduu argachuu mala jedhu.
Dhiiraafi dubartii tokko qofaan jiraachuun yoom eegale?
Seenaa ilmaan namaa keessatti dhiiraafi dubartii tokko jidduutti gaa’ela dhaabbachuun yoom akka jalqabe ilaalchisee sirriin hi nbeekamu.
Qorattoonni damee kanaa garuu wayita duriitti garaa garummaan qaamaa dhiirotaafi dubartoota gidduu waan tureef dhiirri tokko dubartii tokko qofa waliin jiraachaa akka tureef (non- monogaamy) ta’usaaniitiif akka ragaatti kaasu.
Dhiironni bara durii qaamaan dhubartoota irra baayyee guddaa ta’unsaanii gama lamaaniitiinuu kan isaaniif ta’u barbaacha jecha nama tokkoon ol waliin quunnamtii saalaa raawwataa turan jechuun mormu.
Haalli kunis yeroo hunda dhugaa ta’uu baatulleen jaldeessa gurguddaan lolaan garee kaan mo’atu haaluma dubartoota naannoo isaa jiran kan ofii taasifatu sana eeruun, sanyii ilmaan namaa durii birattis kun dhugaa ta’uu himu.
Haata’u malee, gareewwan qorattootaa hambaa sanyii qorachuun yaada kana mormaniis jiru. Gareen kunis ilmaan namaa dubartiifi dhiirri tokko qofti quunnamtii saalaa raawwachuun (monogamy) durii kaasee jiraachuu hin oollee ture jechuun mormu.

Ragaalee hambaa irraa akka barameetti, ilmaan namaa bara durii gareewwan maatii xixiqqoon walitti dhiheenyaan jiraataa turan.
Qorannoowwan keessatti sanyii ilmaan namaa adamoon jiraatanii dubartiifi dhiirri tokko qofti waliin jiraachaa ijoollee akka godhataa turan mul’isu.
Ammatti wanti nu beeknu yoo jiraate, parsantaan 85 hawaasa addunyaa ammayyaa’aa keessatti jireenyi ykn gaa’elli nama tokkoon olii kan adabameedha.
Walumaagalatti, haalli addunyaarratti mul’atu dhiirri tokko dubartii tokko waliin qofaan jiraachaa (walitti dhufeenyaa quunnamtii saalaa qabaachuu) mul’isa. Kunis waan baramedha, garuu seenaadhaan ilmaan namaa haala kanaan jiraachaa kan hin turre ta’uu mul’isa.
Ofii dhiirriifi dubartiin tokko qofti bara jireenyaasaanii waliin akka jiraataniif maaliif akka gaariitti fudhatame?
Kanaaf dhiibbaan aartiifi aadaan guddina ilamaan namaa keessatti qabu olaanaa ta’uu hima qorataa Moorsi. ”Bakka baayyeetti, maatiiwwan keenya wal fudhanii walumaan jiraachaa argaa guddanne. Bakkee baayyeettis ammoo dhaabbileen gaa’elaa jiru.
”Keessattuu erga lafa qabatanii kun keenya jechuun eegalameen booda, gaa’elli eegale. Innis haala namoonni ittiin qabeenyaasaanii maatiitti ittiin dabarsaniidha. Yeroo sanaa jalqabee haati warraafi abbaan warraa waliin jiraachuufi saalaa lamaan wal hawwachuu (heterosexuality)n dursa kennuu kan eegalan.
Namoota biraas ilaaluun gaariidhaa?
Qorannoon akka mul’iseetti cimdiiwwan fedhii quunnamtii saalaa garaagaraa qaban yoo nama biraa bira deemuu eegalaniitti namoota kaan caalaa gaahilsaanii ni diigu.
”Walitti dhufeenya keessatti yeroo hedduu fedhiin cimdiiwwan lamaan jidduu garaa garummaan ni jira,” jedha Muyis.
Haata’u malee, ”Yoo namoota biraa waliin quunnamtii yaaluuf fedhii kan qabu ta’e yaalee baruun gocha fayya qabeessaadha,” jedhan.
Namoonni baayyeen cimdiisaaniitti ifatti himu baatanilleen gochuun kun kan baroota dheeraaf turedhas jedha.
Haata’u malee, namoonni muuxannoo akkasii keessa darban waa’ee walitti dhufeenyaafi gammachuu quunnamtii saalaa isaanii ilaalchisee ifatti himuu hin fedhan jedha qorataan kun.
”Namooti waa’ee walitti dhufeenya isaan nama biraa waliinii dubbachuuf fedhaniifi kan amma dhaabaniif gammachuunsaa olaanaadha,” jedha Samaantaa Jool Yunvarsitii Weest Landaniifi Kanaatti gargaaraa pirofesaraa Xin-sammuu kan ta’an.
Haata’u malee, namoota jaalallee tokkoon ala deemaniif, muxannoon gammachuu quunnamtii saalaa nama lammaffaa waliin argamu, fedhii kan jalqabaa waliin qaban jalaa akka hir’isu himu Jool.
Kunis sababii inni alaa nama biraa waliin gammadee galuu biraa fedhiin kan jalqabaa waliin gammadduu waan gadi buu’uuf jedha.
”Namoonni jireenya quunnamtii saalaa isaanitiin yoo gammadan karaadhuma ta’ee akka himan ni beekna. Garuu namoota cimdiin ala namoota biraa bira dhaqaniif daangaansaa waan hin beekamneef ifatti dubbachuun rakkisaadha,” jedha Jool.
Gammachuun miiraa, nagummaan namatti dhagahamuun, guddachuufi walitti hdiheenyi walitti dhufeenya barame keessatti yeroo gara yerootti kan dagaagudha. Haata’u malee, dharraafi osoo hin yaadne quunnamtii saalaaf barbaachi wal jalaan ni hir’ata.
”Jalqabarratti saalaa faallaatiin hawwatamuufi dardarummaatu jira. Achinii ammoo waanuma barame ta’a. Kanaaf, yeroo hunda akka haaraatti yaaduun fedhii cimaan waliin jiraachuu ni rakkisa,” jedhu oggeettiin Xin-sammuu Yunvarsitii Yoork, Rhondaa Baalzain.
Baalzaariin kanaaf akkasiin fakkeenya keessi. Nama jalqaba waliin gaa’ela dhaabbatanii, waliin jiraatan, ijoollee waliin godhattaniifi itti-gaafatamummaa jireenyaa waliin qooddattu. Gochaawwan kanneen hundaaf dirqama akka fedhii quunnamtii saalaa wal hawwachuun barbaachisaa hin ta’u jetti.
Namni lammaffaan fedhii saalquunnamtiif bira deemamuus itti-gaafatamummaawwan kanneen si waliin hin qooddatu. Kanaaf, fedhiifi hawwattummaan gaa’ela kee duraa waliin qabdu gadi bu’uun kanaaf si hin gargaaru jetti.
Tarii namni lammaffaan sun fedhii quunnamtii saalaa caalaa siniif guutuu mala ta’a jetti.

Kanaaf, namoonni muraasni gaa’elasaanii jalqabaa keessa jiraachaa haalli itti fedhii saalqunnamtii kan duraa irraa dhaban ifatti beeksiisuun nama biraa irraa itti argatan akka jiru hima Jool ammoo.
Garuu niitiin abbaan warraashee dubartii biraa akka fuudhu/dhaquuf hayyamtu attamiin innaaffaa dandeessii?
Cimdiiwwan biratti tokkoon isaanii waan ta’eetti wayita gammadan arguun gammaduun kan barameedha.
Haata’u malee, haalli kun yeroo hedduu dhimma walitti dhufeenya quunnamtii saalaatiin ala kan ta’udha.
Darbee darbee ammoo abbaan warra haadha warraa lama bakka fudhuutti haatii warra jalqabaa haalli itti akka abbaan warraashee dubartii biraa waliin gammachuu argatuuf waliigaltu ni jira. Kana jechun garuu innaaffaan gonkumaa itti hin dhagahu jechuu miti.
Gama innaafaatiin yoo ilaalame kan dhiirootaa cimaa ta’uu barreessite jirti Kaatiriin Aumerr, Yunvarsitii Haawaayi Paasifikiitti qorattuu kan taate.
Akka yaad-rimee jijjiirama tirataa (evolution) mul’isuutti, abbummaa ijoollee isaanii baruuf kan caalaa kaka’an dhiiroota. Dubartooti garuu abbaa ijoollee isaanii baruuf dhima walxaxaa miti
Haata’u malee, waadaa galame wayita cabuutti dubartoonni caalaa akka innaafan himti Aumeer.
Dhiibbaa ijoollee guddiisuu ilaallatuun, dubartoonni dhiira isaan waliin jiru akka isaan waliin turuun nyaataafi eegumsa isaaniifi ijoolleef taasisu gochuuf kaka’umsa cimaa qabu.
Dhiirrii dubartii biraatiin hawwatame jechuun, silaa waan dhiira sanarraa argachuu malan haalaan hin argatamu jechuudha
Ergasuu namoonni maaliif diira/dubartii bira deemuu filatu?
Namoonni muraasni kaan caalaa yeroo tokkotti walitti dhufeenya quunnamtii nama tokkoon ala haalaan qabachuuf dandeettii akka qaban ragaaleen ni mul’isu.
Yaad-rimee walitti dhufeenyaas miirriifi nageenyuummaa ykn nagenyummaan itti dhagahamuu dhabuun attamiin walitti dhufeenyawwan keenya akka itti kallatti qabsiisuufi maaliif namoonni abbaa warraasaanii ykn haati warraasaanii nama biraa bira akka demtuuf akka hin barbaadne ni ibsa
Kiriis Firaalii Yunvarsitii Ilinoos irraa ragaalee deebii gaaffiilee qorannootiif waggoota 20f kenname walitti qabaa ture.
Waliigalattis namoonni kuma 200 ta’an gaaffii qorannoo kana gutaniiru.
Ragaa kanatti fayyadamuunis, namoota nageenyummaan itti dhagahamu, kan baayyee hin yaaddoofne, nama kaan ofirraa fegeessuun kan barbaadaniifi kanneen akka salphaatti hin qaanoofnetu nama tokko caalaa jireenyaa nama biraa waliin walitti dhufeenya quunnamtii qabaachutiin hawatama jedhan Moorsi.
Akkasumas, irra caalaa namoota quunnamtii saalaa nama tokko waliin gammachuu hin arganneetu jireenya akkasii filatas jedha.
”Namoonni walitti dhufeenyaa tokkoon olii qabaatan waliigalatti isaan fedhii caalaa qabaniidha,” jetti Baalzaarin.
“Namoonni walitti dhufeenya quunamtii saalaa tokko qofaan jiraatan fedhiin jaalalaafi quunnamtii saalaa isaanii madaalawaadha.
Namoonni dhiira ykn dubartii tokkoo olii waliin oolan garuu fedhiinsaanii kunneen baayyee cimaadha. Kanaaf, fedhii jaalalaafi quunamtii saalaa isaanii lamaanuu nama tokkicharraa haala barbaadaniin itti gammaduu hin danda’an.”
Qorannoo kanaanis, dhimma quunnamtii saalaatiif nama tokkoon ol bira deemuuf fedhii qabaachuu kana ilaalchisee, garaa garummaan walitti dhufeenya umurii, galii, eddoo, barnootaa, sanyii, sabummaa, amantaa ykn siyaasaa akka hin jirree Moorsi ni dubbata.
Kana malees, haala jireenyaa hawaasa hedduu biratti fudhatamaa ta’e, kan dhiirri tokkoofi dubartiin tokko qofti waliin jiraataniin ala bahuuf sodaan maalan jedhamaa bakka hunda jiraachuu Moorsi ni dubbata.
Hawaasa tokko tokkoo keessatti, dhiibbaan nama jireenya dubartii tokkoo ol waliin walitti dhufeenya quunnamtii saalaa qabaachuu barbaadan irra gahuu malu cimaa ta’uu danda’a.

WALQUNNAMTII SAAlAA DUBARTOOTA HUNDAAF MITI

WALQUNNAMTII DUBARTOOTA HUNDAAF MITI

Kanaafidha yeroo haadha manaa kee waliin wal-qunnamtii saalaa raawwachuu barbaaddu sammuu hojiirra oolchuu kan qabdu.

Dubartoonni tokko tokko saalqunnamtii wajjinis ta’e walqunnamtii saalaatiin hin gammadan.
Kanaaf yeroo hunda ishee waliin haasa’uudhaan jalqabi, xuraa’aa haasa’i isheen haadha manaa keeti , miira keessa ishee harkisa.

Ishee irratti utaaltee touchy touchy qofa hin jalqabiin.

Yeroo tokko tokko rifeensa ishee, garba ishee, ykn illee cimdii ishee qofa tuquun ishee waliin haasa’uun ishee kakaasuu danda’a kunis kutaan qaama dubartii hunduu tuquuf miira waan qabuuf.

  1. Dhiirri uumama qaamaati, dubartoonni uumama miiraati.
    Kanaafidha dhiironni yaaddoo kiraa manaa isaanii cinaatti dhiisanii ammas haadha manaa isaa tuquu kan barbaadan.
    Kanaafidha dhiirri haadha manaa isaa irratti kan utaalu osoo kanaan dura wal lolan. Dubartoonni yeroo hunda dhiira ishee waliin wal qunnamtii saalaa raawwachuu isaanii dura miiraan qubachuu barbaadu. Kanaafidha sagaagalummaan cubbuu guddaa lafa kanarra jiru keessaa isa tokko. Dhiironni baay’een sagaagaltuu tokko waliin kan wal qunnaman waan inni hunda keessa jiru hunda osoo jiruu qaama isaa bilisa baasuuf fedhii waan qabuuf qofa. Akka dubartiitti, Dhiirri kee uumama foonii ta’uu hubadhu, kanaafidha yeroo hunda waan kanaan dura ta’e osoo hin ilaalin sitti dhufu. Akka dubartiitti siif hiika hin qabu ta’a garuu saalqunnamtii sana isa hin dhowwiin sababni isaas inni uumama foonii waan ta’eef inni akka kee miti. Kabajamtoota dhiirota dubartoonni eebba guddaa ta’uu danda’u garuu fedhiin saalqunnamtii ishee akka keessan ta’a jettanii yoo eegdan isin jeequu dandeessi. Dubartiin tokko miiraan yoo yaaddofte geksiya qullaa kee hin dhimmamtu, haala dubartoota saalqunnamtii garmalee socho’an tokko tokko keessatti malee. Kanaafuu waanuma fedhe dura haadha manaa kee waliin jaalalaan haasa’i, kanaafidha waldhabdee duraan ture waan tokko dura xumuruun barbaachisaa kan ta’e. Yeroo hunda ishee kadhadhu, waa’ee waldhabdee kanaan duraa ishee wajjin haasa’i, sana booda yaada ishee akka haasoftu carraa kenni. Sana booda bareedina ishee galateeffata, amala ishee nama aarsu ta’us carraaqqii isheef beekamtii kenni, osoo ati hin beekin isheen don kuftee yakata siif. Osoo itti hin dhihaatin dura qulqullina eeggadhu, dubartii qofa miti kan urgooftuu nama aarsu dhiira dhaamsuu danda’u, dhiironni urgooftuu jilba, afaanii fi naannoo qaama saalaa hin eegamne irraa dhufu qabu.
    Kunis haadha manaa kee si wajjin wal qunnamtii saalaa raawwachuu akka hin barbaanne si aarsu si gochuu dandaʼa. Amma haadha manaa kee har’a miiraan bitamuu ishee wajjin wal arguuf qofa, achiis isheen tole jettee garuu battaluma sanatti boqonnaa argatte siree irratti ishee dhiista, ykn illee miira kee jijjiirtee kaatee akka deemtee bilcheessitee ykn siif fudhattu ishee arrabsuu jalqabda bishaan dhiqachuuf sababni isin lamaan walqunnamtiin saalaa sun boru akka deebi’ee ta’uuf wal loluu qabdan tokkicha. Haati manaa kee yeroo ati ishee wajjin wal qunnamtii saalaa raawwachuu barbaaddu qofa akka gad of deebistu yoo beekte, yeroo miira keessa jirtu kamiyyuu si mufachiisti. Kanaafuu osoo baatee haadha manaa kee hamaa, fi falfalaa tag gochuu kee dura yoo isheef haqa ta’aa jirta ta’e keessa kee ilaaluu qabda. Akka dhiiraatti wanti hamaan hin jiru, osoo haadha manaa kee waliin wal hin ba’iin dura bishaan kee qopheessuun kee. Haadha manaa kee waliin erga wal-qunnamtii saalaa raawwattee booda akka dhiiraatti siree uffatte homaa hin qabu. Nyaata siifi isheef qopheessuun yoo akkamitti akka hojjettu beekte homaa hin qabu.
    Dhiironni dhiphinaatti fayyadamuun ishee ajjeesuu waan hin barbaanneef qofa akkaataa haadha warraa isaanii mana keessatti gargaaran irratti barnoota onlaayinii fudhachuu isaanii argeera. Abbootiin keenya gaa’ila milkaa’aa kan soceity tagged as mumu mudatan tokko tokko dubartii irraa nagaa argachuuf nagaa, kabajaa fi validation kennuu akka qabdu warra hubatanidha. Kanaafidha dubartoonni tokko tokko gaa’elaaf dhiira umuriin isaanii guddaa ta’e kan filatan, sababiin isaas dhiironni umuriin isaanii guddaa ta’e muuxannoo kan qabaniifi yeroo baay’ee gad of deebisuudhaan fedhii, fedhii fi miira isaanii salphaatti mirkaneessuudhaan dubartii tokko akka bitamtu gochuuf. Har’a tapha walqunnamtii saalaa hiriyaa gaa’elaa kee wajjin gootu jijjiirii haadha manaa gammachuu qabdu kan ati heerumte ilaali.
    Gammachuun ishee uumamaan ni ba’a, achi keessaa sitti of jajjabdi, kan hiriyyaa isheetiif si jabeessitee si faarsiti.
    Dubartoonni to’achuun salphaadha, iyyuu ykn reebuun si hin barbaachisu, isaan mirkaneessuu qofa si barbaachisa. Gaa’ela waaraa abbootiin keenya qaban yoo barbaaddan maaloo akkaataa isaanii fudhadhaa.
    Isaan gara addunyaa dhufanii hunda cimsanii socho’uu danda’u, garuu omoge isaanii wajjin mana keessatti hunda caalaa lallaafaa dha. Sababni isaas “manni bakka gammachuun jiru” ta’uu waan beekaniif. ©️ Adiibaa Hayah

Jaalala sirriidha jechuu wantoota nu dandeessisan

https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/adsbygoogle.js?client=ca-pub-6901916445222746

Jaalala sirriidha jechuu wantoota nu dandeessisan

Jaalalli sirriin maal akka ta’e ibsuun dura beekuu kan qabnu tokkotu jira. Innis, wanti tokko sirriidha ykn sirrii miti jechuudhaaf safartuun dhaabbataa ta’e waan hin jirreef, waan isaaf sirrii ta’e abbaatu murteeffata. Haata’u malee wanti waliif nu galchuu danda’u, jaalala keenyarraa gammachuu fi ofitti amanamummaa argachuu qabna. Wanti nama tokko gammachiisu isa biraa gammachiisuu dhiisuu danda’a jechuu kooti. Darbee darbee walitti dheekkamuun tarii yoo jiraateyyuu gammachuu guyyaa baayyee zeeroo gochuu hin danda’u.

jaalala isaaniimoo? oohh! Waaqni ija irraa isin haa hambisu kan jedhameef warra akkamiifi?

Kanaafuu amaloota ykn mallattoolee jaalalli hiriyoota lamaan gidduu jiru jaalala gaaridha ittiin jechuu dandeenyu keessaa muraasni kanneen armaan gadiiti.

Jaalallee kee faana akka barbaaddetti odeessuu kan dandeessu yoo ta’e. Kana yoo jennu waan keessa kee jiru jaalallee keetti yoo himte natti aara/aarti, jaalala keenyatu bada jettee kan hin sodaanne yoo ta’ee fi waan kamiyyuu ifatti odeessitanii irratti waliif galtu taanaan gaariidha. Fknf balleessaa jalallee keetii itti himuu, rakkina kee itti himtee gargaarsa gaafachuu, akkam akka siif gochuu qabdu/qabu itti himuu…

Amanamummaa ykn walshakkii dhiisuu. Hamma xiqqoo walshakkiin yoo jiraates homaa miti. San akka qaphxii 1ffaa jalatti ilaalleen furachuu yoo danda’ame gaariidha. Akkasumas, nama afaanii qofa osoo hin taane nama gochaa ta’anii waliif argamuun murteessadha. Fknf beellama kabajuu fi soba dhiisuu. Asin jira jennaan achitti nama argamu ta’uun barbaachisaadha. Kan biraa keessattuu isheen shamaraa hiriyaasheetti ofgatuu yoo dandeesse Jaalala gaariidha. Fkf, yeroo waliin mana tokko bulan hirriiba ho’aa rafti yoo ta’e, icciitii isaa funaanuu hin feetu yoo ta’e, Icciitii ishee naaf eega jettee isatti nama amanu yoo taate, Qaamashee hin dhoksitu yoota’e fi kkf, isuma dhugaa jaalala bareedaadha.

Walhubachuu ni dandeessu yoo taatan. Walumaa galatti afaan keessan walitti yoo siniif qajeele, arraba waliirraa jecha buttanii wal hin falmitan yoo ta’e, akkaataan sin jaalala waliif ibsitan isinuma lamaantu muuxannoodhaan gabbifachaa dhufe yoo ta’e, jaalalli keessan qabbana qaba.

Waan waliif isin hin galchinerratti akka waliif hin galle yoo waliif galtan. Jechi kuni xiqqoo walxaxaa fakkaata. Garuu wantin jechuu barbaade, dhimma yoo irratti waliif galuu baattanis rakkoo hin qabne dhiisu yoo dandeessan, kiyya malee kee hin ta’uu yoo hin qabdan ta’e, isin warra walta’e.

Nama ofiif yaadee galma kaayyoo mataa mataa keessaniirratti waljajjabeessu yoo taatan kunis jaalala bareedaa ta’uu argisiisa. Akka dhuunfaatti biizinesii ykn fedhii qabda taanaan jaalalleen kee si fuuldura kan hin dhaabbanne ta’uu qaba. Deemee deemee kanuma waliiti waan ta’eef.

Nama hanqinaa fi cimina ofii beeku yoo taatan. Dogoggora ofii nama fudhatu ta’uu, dhiifama gaafachuu, dhiifama gochuu fi walgaafatanii walirraa baruu, dogoggora jaalallee ofiitti aaruu osoo hin taane gorfachuu yoo dandeessan jaalala miidhagaadha ijarraa isin.haa hanbisu!

Abdii walii keessanii yoo taatan. Dhuguma jaalala gaarii waliin qabdu taanan isin wabii waliiti. Yeroo walbira jirtan gammachuutu sinitti dhagayama. Wal bira teessanii gara biraatti yaadaan hin baddan.

Walumaa galatti jaalalli gaarin soorata sammuuti. Haata’u malee kallattiiwwan armaan olii kanarraa maqee yeroon gufuu walitti ta’an, waldhiphisan fi fayyaa walii rakkina guddoo keessa galchan ni jira. Kanaafuu, dursa jaalala kennuurratti xiyyeeffadhu, jaalalleen keemmoo dachaa isaa siif kenna/kenniti.

Walqunnamtii saalaa duraa fi booda kutaalee qaamaa qulqullaa’uu qaban

Harka dhiqachuun dur caalaa tibbana barbaachisaadha, garuu namoonni walqunnamtii saalaa raawwachuu duras ta’e booda harka dhiqatuu?

https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/adsbygoogle.js?client=ca-pub-6901916445222746

Kun gaaffii namni akka waan salphisuutti ilaalamuu danda’uudha- fakkeenyaaf wal qunnamtii saalaa dura yoo hiriyaan kee “harka dhiqattee?” jettee gaafatte.

Garuu ogeeyyiin saalaa hariiroo jaalalaa keessatti qulqullina eeguun barbaachisaa taʼuu isaa cimsanii ibsu.

Tarkaanfii barbaachisaa ta’ee fi fakkeenyaaf dhukkuboota qaama saalaa miidhan irraa si ittisuu danda’uudha.

“Harka dhiqachuu fi ilkaan qulqulleessuun barbaachisaadha, sababiin isaas qaamoleen kunneen yeroo walqunnamtii saalaa baay’ee itti fayyadamamu,” jechuun,Thamara Martínez, ogeessi xiin-sammuu fi ogeessi saalaa Inistiitiyuutii Espill, Ispeen Vaaleenshiyaa irraa BBC Mundotti himeera.

Harka dhiqachuu malees guyyaa guyyaan qaama saalaa dhiqachuun barbaachisaadha. Garuu “saffisaan dhiqachuun” gahaa miti jechuun ogeessi kun ibseera.

“Qulqullinni dhibeewwan saalqunnamtiin daddarban ittisuuf waan gargaaruuf barbaachisaadha,” jedha Vicente Briet, ogeessi xiin-sammuu fi xiin-sammuu saalaa.

“Qulqullinni “yeroo walqunnamtii saalaa madda kaka’umsaa isa guddaadha.”

Itti dabaluunis “Guddini isaa gocha gaa’elaa irratti hirmaachuu keenya duras ta’e booda,qulqullina qaama keenyaaf bakka guddaa kenninu irraa eegala.”

Qulqullinni kun akkamitti ilaalamuu danda’a?

Dhiirotaaf…

Tajaajilli fayyaa biyyaalessaa Ingilaandi akkamitti dhiiraa fi dubartoonni qaama saalaa isaanii qulqulleessuu akka qaban ibsa.

Doktooronni dhiironni guyyaa guyyaan kutaa isaanii bishaan ho’aa ta’een akka dhiqatan gorsu, naannoowwan kuufama baakteeriyaaf gumaachuu danda’an irratti caalaatti xiyyeeffachuun, saamunaa jarmii baakteeriyaa fidan lolu fayyadamuu.

“Baakteeriyaa dhiirota naannoo saalaa haleelan furuuf furmaanni qulqullina yeroo hunda xiyyeeffannoo kennuudha,”

“Dhiironni tokko tokko qulqullina qaamaa keessumaa kutaa saalaa isaanii keessatti akkamitti akka dagatan nama ajaa’iba.Kun qulqullina dhabuu irraa kan ka’e rakkoo fiduu qofa osoo hin taane, hiriyoota isaaniif qormaata ta’a,” jechuun ibsa Paatriik Firaansi, ogeessi fayyaa walhormaataa NHS

“Wallaalummaa irraa kan ka’e haa ta’u, dhiironni tokko tokko gocha sanaan miidhaa fayyaa kan akka: foolii hamaa fi dhukkuboota infekshinii qabaachuu danda’us, qaama saalaa isaanii qulqulleessuu dhiisuun dogoggora raawwatu.” jedha

NHS garuu dhiironni yeroo qaama saalaa isaanii qulqulleessan bishaan ho’aan jarmii ajjeesuuf gahaa waan ta’eef saamunaa akka hin fayyadamne akeekkachiisa.

Akkasumas saamunaa fayyadamuun dirqama yoo ta’e, ogeeyyiin “madaallii fi dibata malee gogaan akka hin aarreef” akka fayyadamtan gorsu.

Dubartootaaf…

Ogeeyyiin fayyaa walhormaataa qulqullina qaama saalaa dubartootaa irratti dhaabbileen hirmaatan hedduun jiraatus, ibsi dogoggoraa baay’een akka jiru walii galu

Qaamni saalaa dubartii uumamaan of qulqulleessuun kan qophaa’edha. Garuu kutaan sun dhiqachuun hin barbaachisu jechuu miti,”

“Qaama saalaa dubartii keessaa gosa baakteeriyaa akka eegumsaatti achi jirutu jira,” jedha Thamaraan.

Ogeeyyiin xiin-sammuu saalaa saamunaa urgooftuu qaama saalaa qulqulleessuuf akka hin barbaachifnee fi balaa waan qabuuf akka hin fayyadamne akeekkachiisu.

“Kutaan qaama saalaa alaa saamunaa urgaa hin qabne yookaan oomishaalee addaa kutaa sana qulqulleessuuf hojjetamaniin qulqulleessuun ni danda’ama,

“Akkasumas gogaa nama sanaa irratti hundaa’a. Saamunaan garii aarii fiduu danda’an kunis carraa dhukkubaan qabamuu ni dabala.Wanti ani gorsu yoo xiqqaate guyyaatti al tokko qaama dhuunfaa qulqulleessuudha.”

Saamunaa urgooftuu fayyadamuun qaama saalaa dhiqachuuf miidhaa fayyaa fidu keessaa muraasni:

Jijjiirama naannoo uumamaa qaama saalaa dubartootaa

Nyanyaachuu

Gogiinsa jiidhina

Alarjii namatti dhufu

Carraa dhukkuba qabamu ni dabala

Dhiirotaa fi dubartoota

Akka ogeeyyiin jedhanitti gorsi saalii lamaan ilaalamuu qaban tokko, dhiiraa fi dubartiin walqunnamtii saalaa duras ta’e booda mana fincaanii akka deeman gorfama.

“Walqunnamtii saalaa erga raawwatanii booda gara mana fincaanii deemuun karaalee infekshinii baakteeriyaa irraa of eeguuf barbaachisan keessaa isa tokkodha,” jedha Martínez

“Walqunnamtii erga raawwatanii booda mana fincaanii deemuun ujummoo fincaanii qulqulleessuuf gargaara, kunis baakteeriyaan naannoo sana akka hin tuqne taasisa,” jechuun ibsa.

“Akkasumas gocha gaa’elaa dura mana fincaanii deemuun barbaachisaadha, jaalalleewwan sodaa malee walitti dhiyaatu.”

Akka ogeeyyiin kunneen jedhanitti dubartoonni dhukkuboota ujummoo fincaanii miidhan qabamuuf saaxilamu.

Kanaaf, gocha gaa’elaa irratti hirmaachuu isaanii dura daqiiqaa 15 dura mana fincaanii deemuun akka qabaatan gorsu.

Yaadota ijoo

Guyyaa guyyaan qaama saalaa bishaaniin dhiqachuu.

Ilkaan keessan dhiqadhaa.

Uffata jalaa qulqulluu uffadhu, suufiin gaariidha.

Yoo xiqqaate waggaatti al tokko qorannoo fayyaadhaaf doktora ilaalaa.

Jijjiirama qaama saalaa keessan irratti yoo argitan of sakatta’uu amala godhadhaa.

Yeroo walqunnamtii saalaa kondomii fayyadamuu.

Rifeensa qaama saalaa keessatti biqilu hunda haaddachuu akka hin qabaanne gorfama, sababiin isaas akka eegumsaatti waan fayyadamaniif, xiqqoo hir’isuun gaariidha.

Dhibee kiintaarotii karaa salpaan miidhaan Qaamaa fi mallaqaa tokko Utuu sirra hin ga’in fayyuu yo barbaadde dubbisii

Kun Oduu sobaa miti oduu shakkiin Gadhiifame miti Dubbiin Fayyaa Qoosaa hin Qabdu kun Oduu dhugaa Qorannoon mirkanaaffamedha Dhibeen kiintaarotii yokaan cobxoo dhukkuba laafaa miti dhukkuba cimaa Dawaa cimaa barbaadudha
dhibeen kun siitti cimee jiraatus hin fayyu jettee Abdi kuttus Qoricha Ajaa’ibaa kana fayyadamuu Akka hin dhiifne Harka keenyaan Qoppeessine Nama meeqaaf kenninee bu’aasa mirkaneeffanneerra Atis itti fayyadamii jedheen Madda galii kotii ofirraa kuteen iccitii cimaa siitti himaa yeroo maqaa Qoricha kanaa Argitu xaba sitti fakkaachu Danda’aa Garuu Dubbiin iccitii cimaa of keessaa Qabdii isiin (Qullubbii Adii) Jedhamtii mana keenya hunda keessa jirtii
filannoo sadiin itti fayyadamuu dandeessa inni jalaqabaa

1 Qullubbii Daakii appili cider wajjin walitti makii ganamaaf galgala guyyaa 7 dhugii Dibadhu

2 Qullubbii fi Damma Dafifamee calalame walitti makii ganamaaf galgala nyaadhu Bakka kiintaarotiin siitti ba’etti Dibadhu

3 Qullubbii fi zayita zayituunaa walitti makii dhugii Dibadhus kun Nama dhibee garaachaa yokaan coggaarraa qabuuf filatamaadha Akka Qullubbiin sin gubne yo barbaadde filannoke isa Sadaffaa godhii hubadhu Qorichoota kana yo sirnnaan itti fayyadate guyyaa 1 qofatti mallattoo Ajaa’ibaa ofirratti Argitaa filannoon kun sadan Bakka tokkotti fayyadamuu mitii Addaa Addatti fayadamtaa
Guyyaa garii
Dr. Ililli amanu

Walqunnamtiin saalaa gaa’ela keessatti waan barbaachisaa ta’ee

Walqunnamtiin saalaa gaa’ela keessatti waan barbaachisaa ta’ee fi hanga walqunnamtiin saalaa abbaa manaa fi haadha manaa gidduu jirutti gaa’elli sun ammallee hafuuraan beekamtii hin argatu. Kunis walqunnamtiin saalaa gaa’ela keessatti hangam barbaachisaa akka ta’e agarsiisa.

Dhiironni saalqunnamtii irratti hammam akka aggaammii qaban yeroo ilaaltu wanti dhiirri tokko dubartii irraa barbaadu saalqunnamtiidha jettee yaaduu dandeessa. Dhugaadha, yoo amma iyyuu si hin heerumne ykn dhuguma si fuudhuuf hin yaadne taʼe, wanti inni sirraa barbaadu qaama kee ol homaa miti. Garuu yoo dhuguma si fuudhuuf yaade ykn yoo isin jarreen duraan gaa’ela godhattan ta’e saalqunnamtiin gonkumaa waan inni isin irraa barbaadu miti – tarii mee kana caalaa haa jedhu; “DHIIRRI DUBARTII IRRAA WAAN BARBAADU SALA MITI.”
Shamarran xixiqqoo hedduun saalqunnamtii waan qabaniifi muuxannoo waan qabaniif salphaatti gaa’ela godhatanii abbaan warraa isaanii akka isaan jaallatu ni godhu jedhanii yaadu. Akkasumas dhiirri tokko gaa’ilaaf yeroo dhiyaatu qabeenyi guddaan dhiira sanatti agarsiisuu qaban saalqunnamtii ta’uu isaati jedhanii yaadu. Kaan immoo erga qaama isaanii kennanii booda waan hunda caalu kennaa jiru jechuudha jedhanii yaadu sababni isaas hunda caalaa filatamu.

Intalti xiqqoo baayyee bareedduu fi saalqunnamtii raawwattu kun jirti. Sababa kanaan saalqunnamtiin dhiira tokkoof waan barbaachisaa ta’e qofa jettee yaadde. Kan nama ajaa’ibu garuu dhumarratti heerumtee osoo hin fuudhin yeroo dheeraaf rakkatte. Ogummaan saalqunnamtii ishee hanga namni gaariin baay’ee bareedaa ta’e tokko ishee fuudhutti onnee dhiiraa ishee mo’achuu hin dandeenye. Cidha guddaa waan tureef imimmaan ishee amma badeera. Kan nama dhibu cidha erga raawwatamee waggaa tokko qofa booda gaa’elli sun dhagaa irratti kufe. Waggaa shan keessatti dhiironni adda addaa sadii karaa ishee dhufan garuu tokkollee turuu hin dandeenye.
Rakkoon jiru salphaa ture. Gonkumaa akka hin bitamneef saalqunnamtiin waan barbaachisaa ta’e jettee yaadde. Garuu bitamuun waan dhiirota barbaachisu malee saalqunnamtii miti. Shamarran keenya yeroo dhiirri tokko fuudhuuf qophaa’u dubartii fedhii saalqunnamtii isaa quubsitu osoo hin taane dubartii isaaf of galchitu akka hin ilaalle beekuun yeroon isaa amma. Afaan koo dhiifama, “dubartiin hundi qaama saalaa qabdi garuu dubartiin hundi gad of qabuu hin qabdu.” Kanaafuu yeroo ati dubartii gad of qabdu taate faaya qaaliidha. Namni amanamummaa qabu immoo si dhabuu ni sodaata.

Qulqulluun maal jedha, “haadha manaa, abbaa manaa keetiif bitamaa.” Sababni isaas jaalalli dhugaa dhiiraa kan bahu dubartii bitamtuu qofaaf. Bareedinni kee dubartii biraa fokkisuu hin danda’u garuu gad of qabuun kee dubartoota hunda caalaa akka si jaallatu gochuu danda’a.
Kan nama gaddisiisu, shamarran bara keenyaa hedduun bitamuu akka “to’annoo” jedhanii waamu. Akkasumas sagalee jaalalaa xixiqqoodhaan “Ana garuu dhiirri kamiyyuu akka na to’atu hin barbaadu oh” jedhanii yeroo dubbatan ni dhageessu. Yoo bitamuu hin barbaanne waa’ee gaa’ela hin yaadin sababni isaas dhiirri kamiyyuu miira isaa isa sirrii ta’een jaalala isaa dubartii onneen ishee dheerina isaa ol ta’eef hammam gabaabaa ta’us hin dhiyeessu.
Dubartiin tokko dhiira duratti jilba ishee yeroo jilbeenfattu dhiirri sun ofumaan jaalala ishee duratti garaa isaa ni jilbeenfata. Akkasumas garaadhaa ishee jaalladhu. Dhiironni finxaaleyyii dubartoota gad of qabuuf iddoo hin kennine akka jiran beekamaadha garuu dhiirri dhugaa hundinuu saalqunnamtii akka hin barbaanne, bitamuu malee akka ta’e isinitti hima. Dhuguma haadha manaa jaalalaa kan si godhu bitamuudha. Kanaafuu MOOTII ta’uu barbaaddu ta’i garuu yeroo abbaa warraa kee wajjin wal’aansoo qabdu gahee hojjettuu manaa gad of qabduu taphadhu. Hojjettoonni manaa hedduun abbaa warraa gooftaa isaanii akka butan kan taasise hafuura gad of deebisuu akka ta’e hin dagatinaa. Mootittii nama keetii ta’i akkasumas hojjettuu manaa isaa ta’i.