FALA NAAF HIMI DAFI! Bareedduu nyaara kuula Diimtuu koo bisinqillee ~An yaada keefan joraa Takkumaa ciise hin bulle ~An nyadheen beku takka Siifan bula agabuu isan .Yada keef du’u namni Quba hin qabuu .Sin fedhaa sin araada Simale maalan yaadaa ~.Yaada kee male maali Kanan jiraadhu dhiphoo .Fala naaf himi dafii Simalen qabuu hirkoo!